Barsiisaa Getaachoo Kiisiifi haati warraa isaa barsiistuu Gannat Birrii Ijoollee lama waliin horatan hanga gaafa Caamsaa 6, 2022 lubbuun isaanii osoo hin se'iin bakka tokkotti dabartutti agumaan ...
Deetaan Ministera Nagaa duraanii Obbo Taayyee Danda’aa aangoorraa kaafamanii guyyaa tokko booda to’annoo seeraa jala oolfamuu ibsame. Humni Nageenya fi Tasgabbii Waloo Biyyaalessaa ibsa baaseen, Obbo ...